Channel
Updated: 2026-07-27
Firoonnikee sitti marsanii wacaa jiru taanaan....yookaan ati sooressadha yookaan in duuteetta.😁 Admin haaraa dha na simadhaa🤝🚶
Hindicha tokkoo fi kiyyaa keenya tokkootu osoo waliin deemanii, hindichi maal ja'een seetan,"isin warri itoopiyaa kun nama du'e baay'e kabajjan" ja'een. Yeroo khana keenya khun,"ma…
Daa'imni abbaa Amantii wayii tokkootu osoo tuttuquu, Facebook Abbaa isaa irratti "jssga£&#-££" godhee post godhee beeytaa, daqiiqaa muraasa booda Comment 1k Aammiin Aameen qofaan h…
Qoosaa Gaababa 😂 Barsiisaa: "Barataa, 'Mootummaa' jechuun maal jechuudha?" Barataa: "Mootummaa jechuun akkuma maatii keenyaati." Barsiisaa:"Akkamitti?" Barataa: "Abbaan koo 'Prezi…
Flags — countries where our network of observers on Telegram recorded this ad being shown in this channel. It's not the advertiser's targeting country: Telegram serves sponsored ads worldwide, and we simply note where the ad appeared in the feed. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; rare placements (under 5%) are collapsed into “+N”.
Oduuwwan Bashansisoo😁😎👍 🦜 Simbirroo Meesha Ajajje: Simbirroon 'Parrot' jedhamtu tokko sagalee abbaa ishee fakkeessitee 'Alexa' irratti dubbachuun 'Pizza' fi meeshaalee adda add…
Utumaa Qoosnuu Group kana👇 Join Naaf Taasisaa 🥂🥰 https://t.me/OduuBashannansiisaa
I used to plan trips in 20 open tabs. Then someone showed me this. You tell a Telegram bot a city + your dates. In about a minute it builds a full hour-by-hour route — real places,…
Suuqi birri kuma 20n banatte gibirri birri kuma 30 yeroo sitti dhufu 😭😭
OUR SALARY IS YOUR LAUGHTER!❤ MIINDAAN KEENYA KOLFA KEESSANI❤ NUESTRO SALARIO ES TU RISA!❤ ʙ4 ᴜ ʟᴇᴀᴠᴇ ᴘʟᴇᴀsᴇ ᴛᴇʟʟ ᴜs ᴛʜᴇ ᴘʀᴏʙʟᴇᴍ😔 CEO:- @martin_odeegard