Channel
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Updated: 2026-09-12
Gaanfa Afrikaatti Itoophiyaan humna guddaa qabaattus, kaanis humnasaanii cimsachuurratti argamu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Qrb4XNc
Akka Humaan Raayit woch jedhetti, murtii du'aa Saawudii Arabiyaan kan gaafa Waxabajjii 25tin murtiin ajjeechaa namoota 116 irratti raawwatame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift…
Tibba kana suuraan daa'ima xiqqaa tokko mana keessatti itti cufamee qaawaa balbalaa jalaan muldhatu miidiyaa hawaasaa irratti bal'inaan qoodamaa ture. via BBC News Afaan Oromoo htt…
Namoonni siyaasaa 'Itoophiyaa Hizbaawwii Abiyootaawwii Paartii (IHAPA)' fi ogeessi seeraa torban darbe manni-murtii akka hidhaatii bahan murteesseef poolisiin ol iyyannoo waan dhiy…
Pirojektiin Warqee Tulluu Kaappii Godina Wallagga Lixaa, aanaa Ganjiitti argamu rakkoo nageenyaa Fulbaana 4, 2026 mudateen yeroof dhaabbachuu Dhaabbanni KEFI jedhamu beeksiseera. v…
Qorataan hubannoo namtolchee Jeekob Kaaksan, “hubannoon namtolchee beekumsa olaanaa qabuufi ofiin of fooyyessu hojjechutti fiigaa jiru,dhaabbilee AI lubbuu keenyaanis tirgaa (qumaa…
Abaaboon keelloo (daraaraan adaa) miidhagina Fulbaanaadha. Keessumaa nannoo baaddiyyaa keessa daa'immaan jiran waqtii kanatti kan isaan ittin bashannanidha. Dhiyeenya ammoo magaalo…
Hidhattoonni Huutii Yaman karaa Galaana Diimaa gara ulaa murteessaa ta'e Baab El Meendeb geessutti dhiyaatanii buufataawwan galaanaa to'achaa wayita jiran kanatti Iraan mariin akka…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.